Waayee Sooma Ramadaanaa
Murtii iidaa
1- Murtii iidaa:

Ergamaa Rabbittu (N.R.J.)karaa nuu godhan, jamaa'aa dhaan dulatan.

2- Yaroo iidaa:

Yaroo aduun baate daqiiqaa 15 booda eegalama, hamma aduun gama dhi'aa jallattuti. (salaata Zuhri dura)

3- Murtii iidaa

a- Guyyaa iidaa Soomuun dhoowwama. (hin gayu)

b- Nafa dhiqatuun barbaachisaa.

c- Nibarbaachisa iida fixrii dura waa nyaatuu. iida Adhaa miti.

d- Miilaan gama masjidaa deemuun ni barbaachisa, yoo dandayame.

e- Wal gamachiisuu.

f- uffata gaarii uffatuu.

4- Salaata iidaa:

Raka'aa lama jamaa'aa dhaan azaana fi iqaamaa malee salaatan,

Contact Us
Waldaya Ramadaanaa
Forum

Dubbisi (Barruu)

Fadlii Sooma Ramadaanaa
Murtii Soomaa
Dogoggora
Murtii iidaa
 
 
 
 
Obboloowwan Muslimaa Ramadaan Mubaarak

Keyrii facaasuu dhaaf Waldaya Ramadaanaa     irraa qooda fudhadha

 

AsTuqi