
|
|
|
|
Waayee Sooma Ramadaanaa |
|
Fadlii Sooma Ramadaanaa |
|
Jiini Ramadaanaa Ji'a haalaan kabajaa qabu
1- Rabbi Qur'aana Ji'a kana keessa buuse{
شهر رمضان الذي أنزل فيه القرآن هدىً للناس وبينات من الهدى
والفرقان } ( البقرة 185) |
|
2- Ji'a Ramadaanaa keessa Huloon keyri'ii
ni banamti Huloon Hamtu'uu ni cufamti (
إذا جاء رمضان فتحت أبواب الجنة ، وغلقت أبواب النار ، وصفدت
الشياطين ) متفق علي |
|
3- Namna rabbiif jedhee
Ramadaan soome dilii isaa hunda Rabbi ni araaramaaf
( من صام رمضان إيمانا واحتسابا غُفِر له ما تقدم من ذنبه )
، |
|
4-Ji'a kadhaan namaa
qeebalamtu:( ثلاثة لا ترد دعوتهم : الصائم حتى يفطر |
|
5- Soomni guyyaa qiyaama'aa
shafi'aa nama fuudha: ( الصيام والقرآن يشفعان للعبد يوم
القيامة |
|
6-Warri soome Hegerii huloo
qofatiin seenan jannata: ( إن في الجنة بابا يقال له
الريَّان ، يدخل منه الصائمون يوم القيامة ، لا يدخل منه أحد
غيرهم ، يقال : أين الصائمون ؟ فيقومون لا يدخل منه أحد
غيرهم ، فإذا دخلوا أغلق فلم يدخل منه أحد ) . |
|
7- Nama Salaata Taraawihaa
salaate dilii isaa hunda raabi ni araaramaaf. |
|
8- Laylatul qadri halkan
haalaan kabajaa qabu jabaanne waan gaarii hojjatu qabna. |
|
|