Waayee Sooma Ramadaanaa
Dogoggora Sooma keessatti argamu
Waan hin barbaachifne kanamni hagni tokko itti hojjatu.

1- Obboroo (suhuura).

a- Namni gariin obboroo ni lakkisa hin obboratu, sun dogoggora obboroon sunna.

b-Obboroo baritti kaleessuu,yaroo dheertuu dura obboratuu hin barbaachisu.

c- yaroo salaata fajri dhaaf azaanan nyaataa fi dhugaatiin dhaabatuu qabdi.

2-Sooma.

a-Waayee Soomaa Baratu fi gaafatuu dhabuu.

b- Dilii hojjatuu.

c- Sunnaa lakkisuu.

d- Hancufa tufuu.

e- Sooma Niyyatuu dhabuu.

f- Azaana booda waa nyaatuu ykn dhuguu.

g- Yaroo balleesuu, halkan taphaan guyyaa hirriibaan.

3- Fixrii (afaan hiikuu)

a- Tursiisuu fixrii.

b- Dhihana israafuu.

c- haraamaan afaan hiikuu (akka sigaaraa,Jimaa, fwknfk.

4- Taraawiiha.

a- Taphaan salaata taraawiihaa irraa mashquula tahuu.

b- Daddafuu.

5-Zakaa Fixrii.

a- Baasuu dhabuu.

b- Mallaqa baasuu.

c- Salaata iidaa booda baasuu.

6- Iida

a- Dilii halkan iidaa.

b- salaata iidaa dhiisuu.

c- Uffata israafuu.

d- dilii caqasuu, daawatuu,fi itti hojjatuu.

7- Dubartii.

a.Yaroo baayee dhihana qopheesuu dhaan ibaada irraa mashquula taati.

b- Yaroo dhiiga aada'aa keessa jirtu ibaadaa hunda dhiisuu.

c- Dubartiin baayyee kurnyan boodaa qophee iidaa tiin ibaadaa irraa mashquula taati.

d- Dhiiga aada'aa ka oboroo dura dhaabate guyyaa san soomuu dhabuu.

Contact Us
Waldaya Ramadaanaa
Forum
 

Dubbisi (Barruu)

Fadlii Sooma Ramadaanaa
Murtii Soomaa
Dogoggora
Murtii iidaa
 
 
 
 
 
Obboloowwan Muslimaa Ramadaan Mubaarak

Keyrii facaasuu dhaaf Waldaya Ramadaanaa     irraa qooda fudhadha

 

AsTuqi